cortex
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- qaamuu, koortceksii, solloqqee
- gogaa sammuu haguugee jiru ===Cibra===
maqaa yookaan cibra
- (Baayooloojii) * koorteksii, lubbu-qabeeyyii keessatti baqqaana ala qaamaa haguugu dha. Nama keessatti qaamoleen koorteeksii sirriitti adda ba'e qaban kalee, xannacha adireenaalii, oovaarii, xannacha taayimasii fi sammuu dha.