Jump to content

Hawaa

Wikipedia irraa

Hawaan ykn duwwaani iddoo bal’aa, daangaa hin qabne ykn eegallii fi dhuma hin qabne kan wantoota (jajjaboo, dhangala’aa fi gaazii) of keessatti hammate dha. Hawaa guutummaatti arguun hin danda'amu. Baqaa killensaa lafaa ala ta'ee fi Ona(vaccum) kanta'eedha.

Dabalataaf:

[gulaali | lakkaddaa gulaali]
Hawaa
Morty Proxy This is a proxified and sanitized view of the page, visit original site.