Jump to content

Foosfarasii

Wikipedia irraa
Foosfarasii

Foosfarasii ykn badaatuun elementii keelloofi summii qabuudha. Dukkana keessatti ni ibsa.

Mallattoon keemikaalaa gabatee wahiyyoolee keessatti P dha. Lakkoofsi atoomikaa isaa 15 dha.

Foosfarasii
Morty Proxy This is a proxified and sanitized view of the page, visit original site.